Fana: At a Speed of Life!

Itiyoophiyaan Fandii qabeenya Qilleensaa Magariisaa waliin waliigaltee deeggarsa Doolaara miiliyoona 45 mallatteessite

Finfinnee, Onkololeessa 14, 2017 (FBC) – Itiyoophiyaan Fandii qabeenya Qilleensaa Magariisaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii waliin waliigaltee deeggarsa Doolaara miiliyoona 45 mallatteessite.

Waliigaltichi Walga’ii Idilee Fandii qabeenya Qilleensaa Magariisaa 40ffaa Kooriyaa Kibbaa Magaalaa Soondoogootti gaggeeffameerratti mallattaa’uu ibsameera.

Deeggarsichi naannawaa hongeen miidhamanitti Aannisaa haaromuun Bishaan dhugaatii qulqulluu dhiyeessuuf kan oolu ta’uu ibsameera.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.