Fana: At a Speed of Life!

Af-Yaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abduramaan Aanaa Baabbileetti Mishingaa kilaasteraan misoome daawwatan

Finfinnee, Onkololeessa 14, 2017 (FBC) – Af-Yaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abduramaan Godina Harargee Bahaa Aanaa Baabbileetti Mishingaa kilaasteraan misoome daawwataniiru.

Wabii midhaan nyaataa mirkaneessuuf karoorri jalqabame milkaa’aa jiraachuu Aadde Sa’aadaa Abduramaan daawwannicharratti ibsuu OBN gabaaseera.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.