Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Pireezidaanti Mahaammad Zaayid Al Naahiyaan waliin mari’atan

Finfinnee, Onkololeessa 13, 2017 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahmad Yaa’ii BRICS 16ffaa cinaatti Pireezidaantii Emireetoota Araba Gamtoomanii Mahaammad Zaayid Al Naahiyaan waliin mari’ataniiru.

Yaa’ichi obboleessa koo Pireezidaanti Mahaammad Zaayid Al Naahiyaan waliin akka mari’annuuf carraa nuuf uumeera jedhan Dooktar Abiy fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.