Fana: At a Speed of Life!

Humni Qilleensaa haleellaa kallattii kamiiyyuu qolachuu danda’u ijaarameera – Leetanaal Jeneraal Yilmaa Mardaasaa

Finfinnee, Onkololeessa 10, 2017 (FBC) – Humni Qilleensaa haleellaa kallattii kamiiyyuu qolachuu danda’u ijaaramuu Ajejaa Olaanaan Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa Leetanaal Jeneraal Yilmaa Mardaasaan ibsan.

Humna balaa kallattii kamiiyyuu qolachuu danda’u ijaaruun danda’amuu eeraniiru.

Hojiileen riifoormii hojjetame bu’aa olaanaa galmeessuu Leetanaal Jeneraal Yilmaa Mardaasaan ibsaniiru.

Ijaarsa humna namaa, hidhannoo fi damee waraanaan bu’aa olaanaan argamuu kaasaniiru.

Humna Qilleensaa biyya madaalu ijaaruuf tattaaffii taasiifamu dhugoomsuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu dubbataniiru.

Gootota wareegama lubbuu kaffaluun biyya tursiisaniif kabajni kan malu ta’uu dubbachuu ragaan fuula miidiyaa hawaasummaa Raayyaa Ittisaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.