Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Pireezidaantii Baankii Misoomaa Afrikaa waliin mari’atan

Finfinnee, Onkololeessa 7, 2017 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Baankii Misoomaa Afrikaa Akinwumii Adisiinaa waliin mari’ataniiru.

Dooktar Abiy gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin, “Pirojektoota wabii nyaataa keenyaa fi tattaaffiiwwan taasifamaa jiran ilaalchisee walta’iinsa bal’aa Baankii Misoomaa Afrikaa waliin qabnu irratti hiriyaa koo Akinwumii Adisiinaa waliin mari’anneerr.” jedhan.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.