Fana: At a Speed of Life!

Obbo Awwaluu Abdiin Godina Wallagga Bahaatti hojiilee misooma garaagaraa daawwatan

Finfinnee, Onkololeessa 6, 2017 (FBC)-Pireezidaantii Itti Aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdii fi qondaaltoonni Olaanoo Mootummaa Godina Wallagga Bahaa Aanaalee Waayyuu Tuqaa fi Gutoo Giddaatti hojiilee misoomaa garaagaraa daawwataniiru.

hojiilee Inisheetivii Misooma Avookaadoo, Bunaa, Ataraa, boonsituu fi Inisheetivii kuduraaf muduraa,daawwataniiru.

Obbo Awwaluun, haasawaa taasiisaniin, nageenyaas eegsiisaa hojiilee misoomaa eegalaman itti fufsiisuu qabna jedhan.

Daawwannicharratti Obbo Awwaluu Abdii dabalatee Ministir Deetaan Ministeera Fayyaa Dooktar Darajjee dhugumaa fi qondaaltoonni godinichaa biroon argamuu ragaan Kominikeeshinii Godinichaarra argame ni mul’isa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.