Fana: At a Speed of Life!

Qormaata mudatan ce’uun misooma waliigalaa saffisiisuuf tumsuu qabna-Obbo Tamasgeen Xurunaa

Finfinnee, Onkololeessa 6, 2017(FBC)- Qormaata mudatan ce’uun misooma waliigalaa saffisiisuuf tumsuu qabna jedhan Ministirri Muummee Itti Aanaan Tamasgeen Xurunaan.

Obbo Tamasgeen gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin akka ibsanitti walooma, yaadni haaraa fi abdiin ifaa badhaadhinaaf bu’uraalee murteessoodha jedhaniiru.

Kanaaf, ilaalcha ifaa, hojiin beekumsaan hogganamuu fi dhugaa, galmi keenya ammoo badhaadhina waliigalaati jechuun himaniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.