Fana: At a Speed of Life!

Ministiroonni Raayyaa Ittisaa Afrikaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwatan

Finfinnee, Onkololeessa 5, 2017 (FBC) – Ministiroonni Raayyaa Ittisaa Yaa’ii Ministiroota Raayyaa Ittisaa Afrikaarratti hirmaachuuf biyyoota garaagaraarraa dhufan Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwataniiru.
Ministiroonni Raayyaa Ittisaa Afrikaa, Qondaaltoonni Olaanoon Raayyaa Ittisaa, Attaasheewwan Raayyaa Ittisaa teessoo isaanii Finfinnee taasiisan, Hoggantoonni Mootummaa Olaanoon,Qorattoonni waraanaa, miseensonni dhaabbilee nageenyaa fi Tikaa Itiyoophiyaa daawwannicharratti hirmaataniiru.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.