Fana: At a Speed of Life!

Pireezidaanti Taayyeen Giiftii Dachas Eedanbiraa waliin mari’atan

Finfinnee, Onkololeessa 5, 2017 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Giiftii Dachas Eedanbiraa Soofii Heelan Joonsan waliin mari’ataniiru.
Dhimmoota Waqtawaa, biyyaalessaa fi naannawaarratti waliin mari’ataniiru.
Itiyoophiyaan baqattoota biyyoota adda addaarraa dhufan miiliyoona 1ol keessummeessaa jiraachuu Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaasee giiftii Eedanbiraa Dachas Soofii Heelan Joosaniif ibsaniiru.
Soofii Heelan Joonsan gama isaaniin, biyyi isaanii deeggarsa namoomaa Itiyoophiyaaf kan taasiiftu ta’uu ibsaniiru.
Akkasumas ergaa baga gammaddanii Mootii Ingiliiz 3ffaa Charlasirraa ergame Pireezidaanti Taayyeef kennaniiru.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.