Fana: At a Speed of Life!

Pireezidaanti Taayyeen Komishinara Tumsa Idil Addunyaa Gamtaa Awurooppaa waliin mari’atan

Finfinnee, Onkololeessa 5, 2017 (FBC) –Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Komishinara Tumsa Idil Addunyaa Gamtaa Awurooppaa Juutaa Urpiilaayinaa waliin Finfinneetti mari’ataniiru.
Dhimmoota waloo biyyaalessaa, naannawaa fi gamheduurratti mari’achuu isaanii Pireezidaanti Taayyeen fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.
Akkasumas Gamtaan Awurooppaa tumsa isaa caalmaatti guddisuu fi hojiilee hojjetamu qaban cimsee itti fufuuf haaloota dandeessisanirratti waliigaluun ibsameera.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.