Fana: At a Speed of Life!

Afyaa’iin Taaggasaa Caafoon ergaa baga geessanii dabarsa

Finfinnee, Onkololeessa 4, 2017 (FBC)- Afyaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Obbo Taaggasaa Caafoon Guyyaa Alaabaa Biyyaalessaa ilaalchisuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.

Guyyichi mataa duree “Alaabaan Keenya Tokkummaa Biyyaalessaaf, Birmadummaa fi Olka’iinsaa Itiyoophiyaaf” yeroo 17ffaaf har’a sadarka biyyaalessaatti kabajama.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.