Fana: At a Speed of Life!

Pireezidaanti Shii Jiinpiing, Pireezidaanti Taayyeef ergaa baga gammaddanii dabarsan

Finfinnee, Onkololeessa 2, 2017 (FBC) – Pireezidaantiin Chaayinaa Shii Jiinpiing, Pireezidaantii FDRI haaraa ta’uun kan moggaaffaman Taayyee Atsiqasillaaseef ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru.

Ministira Ministeera Dhimma Alaa kan turan Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Pireezidaantii FDRI ta’uun moggaaffamuu hordofee hoggantoonni biyyoota garaagaraa ergaa baga gammaddanii dabarsaa jiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.