Fana: At a Speed of Life!

Guyyaan eebbifamtoota duraanii Yuunivarsiitii Finfinnee bakka Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen argamanitti kabajamaa jira

Finfinnee, Onkololeessa 2, 2017 (FBC) – Guyyaan eebbifamtoota duraanii Yuunivarsiitii Finfinnee bakka Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen argamanitti Mooraa Caffee Araaraatti kabajamaa jira.

Ministiriroonni, Hayyoonni Itti gaafatamumma sadarkaa garaagaraarratti argaman, Ogeeyyiin ogbarruu kana dura Yuunivarsiitichatti baratanii fi keessummoonni waamichi taasiifameef saganticharratti argamaniiru.

Eeggataan Pireezidaantii Yuunivarsiitii Finfinnee Dooktar Saamu’eel Kifleen Yuunivarsiitichi waggoottaan 74 darbanitti hayyoota hedduu oomishuun biyyaaf gumaachuu dubbataniiru.

Yuunivarsiitiin Finfinnee madda hayyootaa ta’uu kaasuu TOI gabaaseera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.