Fana: At a Speed of Life!

Itiyoophiyaa fi Keeniyaan dhimmoota hirmaannaa Diyaaspoorawwanii cimsanirrati mari’atan

Finfinnee, Fulbaana 30, 2017 (FBC) – Itiyoophiyaa fi Keeniyaan hirmaannaa Diyaaspoorawwanii guddisuu fi tumsa isaanii caalmaatti cimsuuf dhimmoota dandeessisanirrati mari’ataniiru.

Gareen Keeniyaa Ministir Deetaa Ministeera Dhimma Alaa Roosliin Nijoonguun durfamu tajaajila Diyaaspooraa Itiyoophiyaatii muuxannoo qoodateera.

Itti Aanaa Daayrektara Olaanaa Tajaajila Diyaaspooraa Itiyoophiyaa Obbo Baalaayinahi Aqinaawu hojiilee misoomaa fi haala waliigalaa tajaajilichaa ilaalchisee jilichaaf ibsa taasiisaniiru.

Itiyoophiyaan waamicha irra deddeebiin diyaaspoorawwaniif taasiifteen bu’aa jajjabeessan argamuu ibsaniiru.

Jilichis simannaa fi ibsa bal’aa taasiifameef galateeffachuu ragaan tajaajilicharraa argame ni mul’isa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.