Fana: At a Speed of Life!

Itiyoophiyaan Miseensa Mana Maree Mirga Namoomaa DhMG ta’uun filatamte

Finfinnee, Fulbaana 29, 2017 (FBC)- Itiyoophiyaan Miseensa Mana Maree Mirga Namoomaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii ta’uun filatamte.

Itiyoophiyaan yaa’ii Waliigalaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii 79ffaarratti marsaa 3ffaaaf Miseensa Mana Maree Mirgoota Namoomaa ta’uun kan filatamte.

bara faranjoota 2013-2015 fi 2016 -2018tti miseensa Mana Marichaa ta’uun tajaajilaa turuun ni yaadatama.

Yeroo 3ffaaf filatamuun ishee dhimma mirga namoomaa idil Addunyaarratti Itiyoophiyaa murtoo kennituu ishee taasisaa jedhamuu ragaan Jeeneevaatti Waajjira Eergamaa Dhaabbii Itiyoophiyaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.