Fana: At a Speed of Life!

Finfinneetti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 4 darbe

Finfinnee, Fulbaana 29, 2017 (FBC)- Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Booleetti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 4 darbe.

Balichi Daandii Gooroo irraa gara Koyyee Facceetti konkolaataa Ayisuuzuun namoota tikeetaa Awutoobisii magaalaa kutachaa turan rukutuun kan mudate ta’uun ibsameera.

Balaa kanaan lubbuu namoota 4 darbetti dabalataan namoota 7 irraa balaa cimaan qaqqabuu Itti Gaafatamaan hariiroo ummataa Poolisiin Magaalaa Finfinnee Itti Aanaa Komaandaraa Maarqoos Taaddasaan FBC’f ibsaniiru.

Malaakuu Gaddiftu Gabaase.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.