Fana: At a Speed of Life!

Korichi yaadota murtee mana marichaaf dhiyaatanirratti mari’ate

Finfinnee, Fulbaana 27, 2017 (FBC)– Koreen Dhaabbi Dhimootaa Galiiwwan Waloo Fi Baajata Deeggarsaa Mana Maree Federeeshinii yaadota murte bara paarlaamaa 6ffaa bara hojii 4ffaa, walga’ii idilee 1ffaarratti dhiyachuun raggaasifamanirratti mari’ateera.
Korichi karoora raawwii bara baajataa 2017 irratti bal’inaan mari’ateera.
Walitti Qabaan Korichaa fi Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan galteewwan miseensonni kennan yaada murtee korichaa keessatti akka hammatamu hubachiisuu ragaan Mana Maree Federeeshiniirraa argame ni mul’isa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.