Fana: At a Speed of Life!

Bishooftuun keessummoota simaachaa jirti

Finfinnee, Fulbaana 25, 2017 (FBC) – Irreechaa Hora Harsadee guyyaa Boruu kabajamu sababeeffachuun keessummoonni gara Magaalaa Bishooftuutti kallattii hundaan seenaa jiru.

Bulchiinsi magaalichaas keessummootaaf simannaa hoo’aa taasiisaa jira.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.