Fana: At a Speed of Life!

Tokkummaa sabdaneessummaa fi duudhaa waloo baroota ce’uun har’a gahan caalmaatti cimuu qabu – Mootummaa Naannoo Somaalee

Finfinnee, Fulbaana 24, 2017 (FBC) – Mootummaan Naannoo Somaalee erga baga geessanii Ayyaana Irreechaa dabarseera.

Tokkummaa sabdaneessummaa fi duudhaa waloon baroota ce’uun har’a gahan caalmaatti cimsuuf hirmaannaa qaama hundaa ta’uu akka qabu ibseera.

Ayyaanni Irreechaa Hora Finfinnee fi Hora Harsadee bara kanaas ayyaana jaalalaa, tokkummaa, araaraa, obbolummaa, Gammachuu fi badhaadhinaa akka ta’u hawweera.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.