Fana: At a Speed of Life!

Sirni Axaarrii gaggeeffame

Finfinnee, Fulbaana 23, 2017 (FBC)-Sirni Axaarrii Malkaa harsadee Bishooftuutti gaggeeffame.

Sirnicharratti Abbaa Malkaa, Abbootii Gadaa, Haawwan Sinqee, Hayyoota, foolleewwaanii fi kanneen biroon argamuu ragaan biiroo Aadaa fi Tuuriizimii Oromiyaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.