Fana: At a Speed of Life!

Bulchiinsi Magaalaa Shaggar keessummoota kabaja ayyaana Masqalaaf gara maatii galaniif simannaa fi gaggeessaa taasiise

Finfinnee, Fulbaana 15, 2017 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Shaggar keessummoota kabaja Ayyaanaa Masqalaaf gara maatii isaanii galaniif hawwii qabu ibsuun gaggeesseera.

Keessummoonni Magaalaa Shaggar keessa darbanii kabaja Ayyaanaa Masqalaaf gara maatii isaanii deeman rakkoo tiraafikaa tokko malee nagaan gara maatii isaanii akka deemaniif hawwii qaban ibsaa kutaa magaalaa Galaan Guddaa Seensaa Buttaajiraafi Kutaa Magaalaa Sabbaataa seensa karaa Walisoo irratti sagantaan simannaafi gaggeessaa taasifameeara.

Saganticharratti argamuun ergaa kan dabarsan Kantiibaan Magaalaa Shaggar Dooktar Tashoomaa Addunyaan, sirna geejjibaa ammayyaa’aa uumuuf hojjetamaa jiraachuu ibsuu ragaan BKO irraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.