Fana: At a Speed of Life!

Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa, Korporeeshinii Buufataalee Xiyyaaraa Zaambiyaarraa beekamtii fi badhaasa argate

Finfinnee, Fulbaana 9, 2017 (FBC) –Korporeeshiniin Buufataalee Xiyyaaraa Zaambiyaa guyyaa hundeeffama isaa waggaa 35ffaa sababeeffachuun Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaaf beekamtii fi badhaasa kenneera.

Daandiin qilleensichaa tajaajilaa cimaa fi tumsa hojii Korporeeshinichaaf gumacheen beekamtii fi badhaasa kana argachuu ibsameera.

Beekamtii fi badhaasni kun hariiroo hojii fi tajaajilaa dhaabbilee lamaan gidduu jiru caalmaatti kan ccimsu ta’a jedhame.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.