Fana: At a Speed of Life!

Dhaabbilee miidiyaa idil addunyaa Itiyoophiyaatti hojiirratti bobba’an waliin mari’atame

Finfinnee, Fulbaana 8, 2017 (FBC) – Seekreetaariyaat Pireesiin Waajjira Ministira Muummee Gaazexeessitoota dhaabbilee miidiyaa idil addunyaa Itiyoophiyaatti hojiirratti bobba’an irraa walitti babba’an waliin mari’ateera.

Gabaasa qabatamaa fi madaala eege guddisuurratti xiyyeeffachuun mari’ataniiru jedhame.

Gaazexeessitoonni odeeffannoo dhugaa fi qabatamaa fayyadamuun murteessaa ta’uu ibsameera.

Oduuwwan Itiyoophiyaa ilaalchisuun hojjetaman guddina biyyattii kan calaqqisiisan, qormaata ishee mudataa jiruuf beekamtii kan kennanii fi murannoo Mootummaan guddinaa fi misooma waaraa mirkaneessuuf qabu kan mul’isu ta’uu qabu jedhame.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.