Fana: At a Speed of Life!

Goondar lixaatti meeshaan waraanaa seeran alaa to’atame

Finfinnee, Caamsaa 3, 2012 (FBC) – Naannoo Amaaraa godina Goondar lixaatti meeshaan waraanaa seeran alaa to’atame.
 
Shugguxii Tuurkii 289 fi Kilaashii abbaa miila tokkoo 2 kan to’atame.
 
Rasaasni shugguxii 4,337 fi rasaasni bireenii 185 to’atameera.
 
Meeshaan seeran alaa kun har’a ganama konkolaataa fe’umsaatin buufata sakattoo magaalaa Gandaawuhaatti osoo daddabarfamuudha kan to’atame.
 
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.