Fana: At a Speed of Life!

Nageenya waareessuun gaaffii misoomaa fi bulchiinsa gaarii Uummataa deebisuuf ni hojjetama –Aadde Alamituu Umood

Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC) – Nageenya argame waareessuun gaaffii misoomaa fi bulchiinsa gaarii uummataa deebisuuf ni hojjetamaa jedhan Pireezidaantiin Naannoo Gaambeellaa Aadde Alamituu Umood.

Aadde Alamituun Ayyaana bara haaraa 2017 sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.

Barri haaraa 2017 kan nagaa, Fayyaa fi badhaadhinaa akka ta’uu haawwii gaarii qaban ibsaniiru.

Bara haaraatti nageenyaa waareessuun rakkoolee gama diinagdeefi hawaasummaan mul’atan bu’uuraarra furuuf xiyyeeffannoon ni hojjetamaa jedhaniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.