Fana: At a Speed of Life!

Meeshaaleen Kontirobaandii Birrii miiliyoona 15 olitti tilmaamamu to’atame

Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC) –Meeshaaleen Kontirobaandii Birrii miiliyoona 15 olitti tilmaamamu shakkamtoota waliin to’atamu Poolisiin Federaalaa beeksise.

Poolisiin Federaala Tajaajila Odeeffannoo fi Nageenyaa Biyyaalessaa waliin ta’uun meeshaalee kara seeraan alaan gara biyyaatti galuuf turan to’achuu ibsameera.

Shakkamtoonni kunneen Meeshaalee raabsuuf wayita sochiirraa jiranitti naannaawa kondominiyeemii Galaanitti to’atamuu ragaan Poolisii Federaalaarraa argame ni mul’isa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.