Fana: At a Speed of Life!

Dhamaatiin har’aa egeree fooyya’aaf – Obbo Tamasgeen Xurunaa

Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee Itti Aanaa FDRI Obbo Tamasgeen Xurunaan Qaammee 5, Guyyaa Egeree sababeeffachuun ergaa dabarsaniru.

Dhaloonni Ida’amuu Itiyoophiyaa badhaate ijaara jedhan.

Dhamaatiin har’aa egeree fooyya’aa arguuf murteessaa ta’uu ibsaniiru.

Nuti ammoo badhaadhina Itiyoophiyaaf bu’ura keenya.

Koottaa daandii qulqulleessuun waloon gara egeree fooyya’aattin haa ceenu jechuun dhaamaniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.