Fana: At a Speed of Life!

Preezdaant Saahilawarq Zawdee mootii Beeljiyeem waliin bilbilaan mari’atan

Finfinnee, Caamsaa 2, 2012 (FBC) – Preezdaant FDRI Saahilawarq Zawdee mootii Beeljiyeem Fiiliip Lee’opooleed Luuwii waliin bilbilaan mari’atan.

Preezdaantittiin mooticha waliin biyyooni lamaan vaayrasii koroonaa ittisuufi to’achuuf tattaffii taasisaa jiraan irratti mari’ataniiru.

Marichanis weerarichi kan mo’amu biyyoonni lamaan tumsaan yoo dhaabbatanidha jedhaniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.