Fana: At a Speed of Life!

Jilli Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan durfamu Jigjigaa gale

Finfinnee, Hagayya 30, 2016(FBC)- Jilli Itaamaajoor Shuumii Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan durfamu sirna kabaja hundeeffamaa waggaa 47ffaa ajaja Bahaarratti hirmaachuuf Jigjigaa galeera.

Fiildi Maarshaal Birhaanu fi jilli isaanii wayita Jigjigaa ga’anitti Pireezidaantii Naannichaa Obbo Musxafee Mahammadii fi qondaaltonni naanichaa simannaa taasisuufii ragaan Raayyaa Ittisa Biyyaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.