Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy, Jeneraal Abdal Fattaa Alburihaan waliin mari’atan

Finfinnee, Hagayya 29, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Mana Maree Birmadummaa Sudaan Jeneraal Abdal Fattaa Alburihaan waliin mari’ataniiru.

Yaa’ii Tumsa Chaayinaa – Afrikaa cinaatti marii Baatii Adooleessa keessa taasisan itti fufuun mari’achuu isaanii Dooktar Abiy fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin eeraniiru.

Dhimmoota waloo fi naannawaarratti marii bal’aa taasiisuu eeraniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.