Fana: At a Speed of Life!

Yaa’iin Waldaa Abootii Alangaa Oromiyaa 4ffaan Shaashamanneetti gaggeeffamaa

Finfinnee, Hagayya 25, 2016 (FBC)- Yaa’iin Waldaa Abootii Alangaa Naannoo Oromiyaa 4ffaan Magaalaa Shaashamanneetti gaggeeffamaa jira.

Yaa’icharratti Hoggaanan Biiroo Abbaa Alangaa Oromiyaa Obbo Guyyoo Waariyoo dabalatee bakka bu’ooonni Waldaaleen Abbooti Alangaa Godinalee Oromiyaa hirmachaa jiru.

Pireezidantiin waldaa Abbootii Alangaa Oromiyaa Obbo Taddaasaa Nuguseen hasawaa taasisaniin Abbootiin Alangaa waldaan gurma’uun humni waloo isaani cimee haqaa mirkanneessuu keessaatti gahee isaani akka bahanif garagaraa jedhan.

Mirga waloo Abbooti Alangaa kabaachisuuf gahee olaanaa qabu eeraniiru.

Yaa’icharratti ajandalee guguddoo 5’rratti ni mari’atamuun murtoon ni darbaan kan eegamu ta’uun ibsameera.

Lammaa Tasfaayeetu gabaase

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.