Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abrahaam Bakka Bu’aa Sagantaa Nyaata Addunyaa waliin mari’atan

Finfinnee, Hagayya 23, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Jallisii fi Naannawaa Gammoojjii Dooktar Abrahaam Balaay Itiyoophiyaatti Bakka Bu’aa Sagantaa Nyaata Addunyaa Zilataan Mileesiik waliin mari’taniiru.

Marii isaaniin, piroojektiwwan jireenya lammilee fooyyeessuu dandeessisanirratti walta’iinsan akkaataa hojjechuun danda’amurratti kan xiyyeeffate ta’uun ibsameera.

Akkasumas piroojektiwwan hidhawwan jallisi xixiqqoo babbal’isuun danda’amurratti mari’achuu ragaan Ministeericharra argame ni mul’isa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.