Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Ahimad naannawaale garaagaraatti lammiilee sigiga lafaan miidhamaniif gadda itti dhaga’ame ibsan

Finfinnee, Hagayya 21, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad sigiga lafaa naannawaalee biyyattii garaagaratti mudataniin lammiileerra miidhaa qaqqabeef gadda isaanitti dhaga’ame ibsaniiru.

Dooktar Abiy gama miidiyaa hawaasumma isaaniin ergaa dabarsaniin baroora dheeraaf qabeenya uumamaa kunuunsuu dhabuurran bu’aa yaraan mul’achaa jira jedhan.

Ashaaraan Magariisaa rakkochaa waarinaan furuuf murteessaadhas jedhaniiru.

Qaamoleen dhimmichi ilaallatus miidhamtootaaf deeggarsa barbaachisaa akka taasisan qajeelfamni kennamuu eeruun, hawaasnis lammiilee miidhamaniif deeggarsa barbaachisaa hundaa akka taasisan imaanaa jedhaniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.