Fana: At a Speed of Life!

Guyyaan hundeeffama Naannoo Kibbaa Itiyoophiyaa waggaa 1ffaan kabajamaa jira

Finfinnee, Hagayya 20, 2016 (FBC) – Guyyaan hundeeffama Naannoo Kibba Itiyoophiyaa waggaa 1ffaan Magaalaa Walaayittaa Sooddootti kabajamaa jira.
Naannicha waggaa har’aa Naannoo Itiyoophiyaa 12ffaa ta’uun hundaa’uun kan yaadatamuudha.
Sabaaf sablammoonni 32 ta’an waliin ta’uun naannoo hundeessaniidha.
Guyyichi agarsiisaa, Marii Paanaalii fi sagantaalee adda addaan kabajamaa jira.
Pireezidaantii naannichaa Obbo Xilahuun Kabbadaa dabalatee hoggantoonni Mootummaa Federaalaa, naannolee, kutaaleen hawaasaa fi keessummoonni waamichi taasiifameef saganticharratti argamuu ibsameera.
Abbabachi Keeshaamootu gabaase.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.