Fana: At a Speed of Life!

Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa dameewwan jahaan badhaasaaf kaadhimame

Finfinnee, Hagayya 20, 2016 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaan dameewwan imala idil Addunyaa jahaan badhaasaaf kaadhimamuu ibsameera.

Kana hordofee mallattoo Itiyoophiyaa fi Ardii Afrikaa kan ta’e Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaaf karaa liinkii armaan gadiin sagaleen akka kennamu waamichi dhiyaatera.

https://www.worldtravelawards.com/vote-r3#votenow

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.