Fana: At a Speed of Life!

Jiraattonni Naannoo Gambeellaa hoggansa haaraa naannicha bulchuuf filataman tumsuuf hiriira deeggarsaa bahan

Finfinnee, Hagayya 18, 2016 (FBC) – Jiraattonni Naannoo Gambeellaa Pireezidaantii dubartii jalqabaa sadarkaa naannootti filataman Aadde Alamituu Umood dabalatee hoggansa jijjiiramaa naannicha gaggeessaa jiru waliin jiraachuusaanii agarsiisuuf Magaalaa Gambeellaatti hiriira deeggarsaa bahaniiru.

Hirmaattoonni kunneen hoggansa jijjiramaa waliin qindoomuun nageenyaafi misooma naannoosaanii mirkaneessuuf kan hojjetan ta’uu ibsuu TOI gabaase.

#Ashaaraa_Magariisaa #Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.