Fana: At a Speed of Life!

Godina Booranaatti duulli sagantaa Ashaaraa magariisaa gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Hagayya 17, 2016 (FBC)- Godina Booranaatti dullii sagantaa Ashaaraa magariisaa gaggeeffamaa jiraachuun ibsameera.
Godinichatti hawaasni ganamaan duula hojii Ashaaraa magariisaa eegaluu ragaan Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaarraa argame ni mul’isa.
# Ashaaraa Magariisaa
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.