Fana: At a Speed of Life!

Godina Harargee Bahaatti duulli dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa guyyaa tokkoo gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Hagayya 17, 2016 (FBC) – Godina Harargee Bahaa Aanaalee Garaagaraatti duulli dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa guyyaa tokkoo gaggeeffamaa jira.

Sagantaa dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 600 dhaabuu kun aanaalee godinichaa hunda keessatti gaggeeffamaa jira.

Nageessoo Kadirtu gabaase.

#Ashaaraa_Magariisaa #Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.