Fana: At a Speed of Life!

Hoggantoonni Paartii Badhaadhinaa fi Paartiilee Morkatoota magaalichaa waloon Biqiltuu dhaaban

Finfinnee, Hagayya 14, 2016 (FBC) – Hoggaantoonni Olaanoo Paartii Badhaadhina Magaalaa Finfinnee fi Paartilee Morkatoota waloon kutaa magaalaa Aqaaqii Qaallittiitti Biqiltuu dhaabaniiru.

Sagantaa Ashaaraa magariisaan cinaatti manneen harka qalleeyyii haaromsuu eegalchisuu Hoggaanaan Waajjira Paartii Badhaadhina Damee Magaalichaa Obbo Mogos Baalchaan ibsaniiru.

biyyi qabnu tokko ta’uu hubachuun biqiltuu haa dhaabnu, haa misoomsinu fi haa guddifnu jechuun ergaa dabarsaniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.