Fana: At a Speed of Life!

Biiroon Barnootaa Oromiyaa Kalaandarii Barnootaa Bara Barnootaa 2017 ifoomse

Finfinnee, Hagayya 14, 2016 (FBC) – Biiroon Barnootaa Oromiyaa Kalaandarii Barnootaa Bara 2017 haala qabatamaa naannoorratti hundaa’uun ifoomsuu beeksise.

Kalaandara barnootaa Ministeerri Barnootaa Manneen Barnootaa Sadarkaa 2ffaa akka biyyaatti baaseen walsimsiisuun qopheessuu ibseera.

Hoggansi Manneen Barnootaa, Barsiisotni, Barattootni, Maatiin Barattootaafi Hawaasni Barnootaa Hundi sagantaa kalaandarii waggaa kana haala bu’a qabeessa ta’een hojiirra oolchuu akka qaban Biiroon Barnootaa Oromiyaa waamicha dhiyeesseera.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.