Fana: At a Speed of Life!

Jilli Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan durfamu Harargee Bahaatti hojiilee misoomaa daawwatee

Finfinnee, Hagayya 12, 2016 (FBC)-Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Harargee Bahaa Aanaa Gooroo Guutuutti hojiilee misoomaa garagaraa daawwate.

Jilli kun hojiilee horsiis lukkuu, horsiisa loon aannanii fi furdisa loonii akkasuma inisheetivii horsiisa kanniisaa daawwateeraa.

Inisheteeviiwwan hojjatamaa jiran qabatamatti bu’aan agarsiisan abdachiisaa ta’uu Pireezidaanti Shimallis eeraniiruu.

Jilli kun guyyaa kaleessaa Godina Harargee Lixaatti hojiilee misoomaa garagaraa daawwachuun ni yaadatamaa.

Nageessoo Kadiirtu gabaase.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.