Fana: At a Speed of Life!

Jilli Afyaa’ii Sa’aadaa Abdurahmaaniin durfamu Godina Buunnoo Beddelleetti hojiilee misoomaa daawwate

Finfinnee, Hagayya 11, 2016 (FBC) – jilli Af-Yaa’ii Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurahmaaniin durfamu Godina Buunnoo Beddelleetti hojiiwwan misooma midhaanii daawwateera.
Daawwannaa isaaniin, hojiiwwan oomisha midhaanii, muduraalee fi Aatoo Boonsituu daawwataniiru.

Godinichatti qonna gannaatiin lafti hektaara kuma 75 ol Oomisha Boqqollootiin misoomaa kan jiru yoo tahu,callaan kuntaalli miliyoona 4 ol kan eegamu ta’uu OBN gabaaseera.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.