Fana: At a Speed of Life!

Yuunivarsiitichi Barattoota Ogumma garaagaraan leenjisaa ture eebbisise

Finfinnee, Hagayya 11, 2016 (FBC) – Yuunivarsiitiin Raayyaa Ittisaa Biyyaa barattoota muummee barnoota garaagaraan leenjisaa ture eebbisiseera.

Sirna eebbicharratti Ministirri Ministeera Pilaanii fi Misoomaa Dooktar Fitsuum Asaffaa ,Ministir Deetaan Ministeera Raayyaa ,Qondaaltoonni Olaanoo Raayyaa fi kanneen biroo argamaniiru.

Yuunivarsiitiin Raayyaa Ittisaa Biyyaa akkaataa maqaa fi kabajaa Raayyaa ittisaa madaaluun kan caaseffame ta’uu isaan hojii baaruuf barsiisuu cinaatti qorannoo fi qo’annoo garaagaraa hojjechaa jiraachuun ibsamu TOI gabaaseera.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.