Fana: At a Speed of Life!

Ambaasaaddar Taayyeen Miseensa Boordii Fooramii Xaanaa waliin mari’atan

Finfinnee, Hagayya 10, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Ministira Muummee Duraanii Burkinaafaasoo fi Miseensa Boordii Fooramii Xaanaa Laasina Zeerbo waliin mari’ataniiru.

Marii isaaniin fooramii Xaanaa dhiheenya Itiyoophiyaatti gaggeeffamurratti mari’achuun ragaan Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.