Fana: At a Speed of Life!

Ministeerri Fayyaa fi dhaabbileen waamamtootaa lammiilee Godina Goofaatti sigiga lafaan miidhamaniif deeggarsa taasisan

Finfinnee, Hagayya 2, 2016 (FBC) – Ministeerri Fayyaa fi dhaabbileen waamamtootaa lammiilee Godina Goofaa sigiga lafaan miidhamaniif deeggarsa akaakuu fi mallaqaa Birrii miiliyoona 20tti tilmaamu taasisaniiru.

Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaan deeggarsicha kennuun maatii lammiilee miidhamtotaa jajjabeessaniiru.

Deeggarsa meeshaalee Birrii miiliyoona 15 fi Mallaqa callaa Birrii miiliyoona 5 taasiisiu ragaan Biiroo Kominikeeshinii naannoo Kibba Itiyoophiyaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.