Fana: At a Speed of Life!

Jilli Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan durfamu adeemsa ijaarsa buufata Xiyyaaraa Yaa’aballoo daawwate

Finfinnee, Adoolessa 30, 2016 (FBC) – Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu adeemsa ijaarsi buufata xiyyaaraa Yaa’aballoo irratti argamu daawwateera.

Hojiin Ijaarsa Buufata Xiyyaaraa Ya’aballoo saffisaan raawwatamaa jiraachuu eerameera.

Pireezidaantiin naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa, Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Fiqaaduu Tasammaa, Ministirri Ministeera Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa Aadde Caaltuu Saanii fi Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii Dooktar Alamuu Simee fi hoggantoonni mootummaa Federaalaa fi naannoo Oromiyaa biroon buufaticha daawwataniiru.

Maraa’ool Kadirii fi Milkeessaa Sobbooqaatu gabaase.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.