Fana: At a Speed of Life!

Baajanni bara 2017 Naannoo Amaaraa Birrii Biiliyoona 150 oliin ragga’e

Finfinnee, Adoolessa 24, 2016 (FBC)- Manni Maree Naannoo Amaaraa Baajataa bara 2017 Birrii biiliyoona 150 fi miiliyoona 666 fi kuma 531 oliin raggasiseera.

Manni Maree Naannichaa yaa’ii idilee 8ffaa bara hojii 3ffaa gaggeessaa jiraachuun ibsameera.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.