Fana: At a Speed of Life!

Aanaa kofaleetti sigigni lafaa mudate

Finfinnee, Adoolessa 24, 2016 (FBC)- Godina Arsii Lixaa Aanaa Kofalee ganda Hassee Alkeetti balaan sigiga lafaa mudachuun ibsame.

Balichaan oomishaalee qonnaa garaagaraarra miidhaan qaqqabuu
Itti Gaafatamaan waajjira Buusaa Gonofaa godinichaa Obbo Ifaa Dheekkoo ibsaniiru.

Hawaasni yeroo roobaa ofeegganno akka taasisuu fi iddoowwan shakkaman irraa akka fagaatu hubachiisaniiru.

Xilaahuun Yilmaatu gabaase.

#Oromia Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.