Fana: At a Speed of Life!

Bulchiinsi magaalichaa marsaa 2ffaaf lammiilee balaa sigiga lafaan miidhamniif deeggarsa Birrii miiliyoona 51 taasiise

Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee marsaa 2ffaaf lammiilee Godina Goofaatti balaa sigiga lafaan miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 51 taasiiseera.

Pireezidaantiin naannoo Kibba Itiyoophiyaa Obbo Xilahuun Kabbadaan deeggarsa bulchiinsi magaalaa Finfinnee taasiiseef galateeffataniiru.

Bulchiinsi magaalichaa lammiilee Godina Goofaa aanaa Gaazee Goofaatti balaa sigila lafaan miidhamniif deeggarsa akaakuu Birrii miiliyoona 45 fi maallaqa dheedhii Birrii miiliyoona 6 taasiisuu ragaan Waajjira Pireezidaantii naannichaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.