Fana: At a Speed of Life!

Yaa’iin biyyaalessaa Hararii yaa’ii idilee gaggeessuu eegale

Finfinnee, Adoolessa 15, 2016 (FBC)- Yaa’iin biyyaalessaa Hararii yaa’ii idilee 2ffaa bara hojii 3ffaa marsaa 6ffaa har’a gaggeessuu eegaleera.

Yaa’ichaan aadaa fi hambaa akkasumas damee barnootaa naannichaa, Afaan Hararii ilaalchisuun bara baajataa 2016 hojiilee gaggeeffamaan gamaaggamuun ni raggaasisaan eegama.

Dabalataanis karoorri aadaa fi hambaa akkasumas damee barnootaa naannichaa, Afaan Hararii dhiyaachuun irratti mari’achuun ni raggaasisan kan eegamu ta’uu ragaan kominikeeshinii naannichaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.